How to Choose the Best Credit Card for Cash Back Rewards

How to Choose the Best Credit Card for Cash Back Rewards

When it comes to credit cards, choosing one that aligns with your spending habits can make a big difference in your financial health. Cash back credit cards are particularly appealing, offering tangible rewards for everyday purchases. However, not all cash back credit cards are created equal. Selecting the best option involves understanding various factors, from…

Seenaa jaalalaa Obsaafi Seenaa mudate (asoosama gabaabaa)

Seenaa jaalalaa Obsaafi Seenaa mudate (asoosama gabaabaa)

Seenaa fi Obsaan kutaa 12ffaa barachaa jiru. jaalalaan jiraachuu erga kan jalqaban yeroo kutaa 9 baratanidha. Amma ammo lamaanuu qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuuf qophaa’a jiru. Yeroon qormaatas ga’ee qormaata fudhachuu jalqaban. Yeroo kana garuu seenaa baayyee dhukkube utuma dhukkubus qormaata fudhachuu jirti. Kun ammoo Obsaanis waa’ee ishee yaada qormaata fudhachuun itti ulfaatus haala gaarii…

Gorsa jaalalaa ijoollee shamaraa qofaaf
|

Gorsa jaalalaa ijoollee shamaraa qofaaf

Jaalalli fi jaalalleen kennaa waaqayyooti, kan cimsee dhaabbatee eeggatu ammoo jaalalleewwan sana. Shamarran keenya hedduun jaalala dhugaa kan jedhamu maqaan malee gochaan hin beekan! Jaalalli dhugaan fedha foonii miti, miira ofii sanas miti, qabeenya ykn bareedinas miti. Jaalalli dhugaa fi inni sirriin keessa keetii madda. Innimmoo dhugaa fi yeroo hundumaa jiraata. Yeroo baayyee rakkinni dubaraa…

Bilbila jaalallee keetii fagoorra teessee hordofuudhaaf
|

Bilbila jaalallee keetii fagoorra teessee hordofuudhaaf

Bilbila jaalallee kee ykn bilbila kan nama barbaaddee fageenya irra teessee xalafuu yookiin hordofuun akka danda’amu beektuu? Isa kanaaf appiin kun furmaatadha. Appiin kun namoota hedduun jaallatameera, waan biraa isin hin barbaadu email qabaachuu qofa isin gaafata. Buufadhaatii step jiru akka inni isin gaafatetti guutuun fayyadamaa. Yoo itti fayyadamni isaa isin rakkise, video isaa isiniif…

Faayidaa bilbilla Root gochuu
|

Faayidaa bilbilla Root gochuu

Faayidaa bilbila ‘ root ‘ gochuuHundumti keenya akkuma beeknu bilbiloonni Aandirooyidii keenya daangaa hedduu qabu ; daangaa kana kan bilbila keenya irra kaa’ummoo dhaabbata bilbilicha oomishedha. Bilbila keenya irra sababa daangaan jiruuf waanta barbaanne ittiin raawwachuu hin dandeenyu. Fakkeenyaaf, Hoteelonnis ta’e namoonni dhuunfaa WiFi qaban akka nuyi hin fayyadamneef yaadanii ykn immoo sababa biraaf jecha…

Namicha biyya Hindii waggaa 30f poolisiidhaan utuu barbaaddamu fiilmii 28 keessatti poolisii ta’ee hojjate

Namni lammii Indiyaati tokko Poolisiidhaan waggoota 30f baayyee barbaadamaa ture, Utuma barbaadamuu ammoo fiilmiiwwan 28 keessatti taatoo ta’ee hojjete. Waan hunda caalaa kan nama ajaa’ibu ammoo fiilmiwwan hojjate keessatti Akka poolisii, ajajaa fi konistabiliitti ta’ee hojjateera. Fiilmiwwan inni taatoo ta’ee irratti hirmaate keessaa tokko Yutuubii irratti si’a miliyeena 7.6ilaalameeraHoom Piraakaash ykn Paashaa Kaaluu kutaa bulchiinsa…

Seenaa jaalalaa dargaggeessa Hindii fi shamarree Paakistaan lamaanuu mana hidhaa galche

Dargaggessi Indiyaa umri waggaa 21 ta’eefi Mulayam Singi Yadaav fi shamarreen ganna 19 lammii Paakistaan taatee Igra Jeewanii jedhamtu, kan wal baran karaa toora interneeti yoo ta’u tapha (game) Ludoo waliin tapachaa turani. Dargaggoo Yadaav dhaabbata ICT Baangaaloor tokko keessa waardiyyaa ta’ee hojjata. Jeewaniin ammoo magaalaa Paakistaan Haayidirabaad keessatti baratti turte.Jaalalli Singi Yadaav fi Jeewanii…

Hiriyaa dhugaa

HIRIYYAA DHUGAA Dargaggeessa abbaan isaa isa qofa qabuu fi baay’ee wal jaallatan tokkotu ture. Abbaan isaa yeroo hundumaa fakkeenyaan waa isa barsiisa ture. Dargaggeesichis hojii isaatti nama milka’aa fi ko’ommataa ture. Osoma hojiin isa mudduu bar tokko akka fuudhuu barbaadu abbaa isaatti himate. Abbaan isaas baay’ee gammade. Dargaggeessichis michuu baay’ee jaallatu akka qabuu fi yeroo…

|

Osoo qarshii kudhan argateera ta’ee ijoolleesaa dhiisee of hin ajjeesu ture.

Osoo Qarshii 10 argateera ta’ee Ijoolleesaa bakkeetti dhiisee of hin ajjeesu ture Toleeraa fi Caaltuun erga wal fuudhanii waggaan tokko darbeera. Inni hojii biraa waan hin qabneef olii gad deemee hojii humna barbaadee hojjatee jiraachisa ture. Haati manaa isaa Caaltuun ammoo erga dhukkuba kaanseriin qabamtee bubbulteetti. Utuma jireenyi itti ulfaatu,isheenis utuma dhukkubsattuu ijoollee sadii wal…

|

Barataa digirii dhaan eebbifamee sababa hojii dhabeef digirii isaa deebisuuf jedhu

Asaffaa Alamuu waggaa sadii dura Yunivarsitii Asoosaa irraa gosa barnootaa injinaringitiin qabxii olaanaadhaan eebbifame. Barataan kun gosa barnootaa kanaan qacaramee hojjechuufis ta’e dhuunfaadhaan hojjechuu waan hin dandenyeef, waraqaa barnootaa kana yuuniversitichatti deebisuuf murteesseera jedhe. Gosa barnootaa Siivil Injinariingiin eebbifamuunkoo jireenya koorraatti jijjiirama fide homaa hin qabu jedheera.Asaffaan, yeroo ammaa maallaqa hojii guyyaan hojjetu irraa argatuu…