App suura Edit ittiin godhannu Kan Pc keessatti qofa dalagaa ture.

App suura Edit ittiin godhannu Kan Pc keessatti qofa dalagaa ture.

Photoshop Express–gulaalaa suuraa bashannansiisaa, saffisaa fi salphaa jijjiirama tuqa tokkoon fi gulaallii suuraa–namoota dhuunfaa kalaqaa miliyoonaan lakkaa’amaniin fayyadaman waliin deemsa irratti kalaqa kee keessa tuqi. Meeshaalee keenya salphaatti itti fayyadamuu dandeessan meeshaa moobaayilaa keessan irratti suuraa qulqullina olaanaa qabu uumuu fi yeroo jaallattan tuquu.Photoshop Express filannoo bal’aa fi adda addaa kan amaloota fi bu’aa quba…

Osoo network hin badin dura waan gochuu qabdu.

Osoo network hin badin dura waan gochuu qabdu.

osoo network hin badin dura app kana bilbila keessanirra qabaachuu qabdu,sababnisaa network badee yoo social media hundumaa ugguranillee app kana duraan buufattanii bilbila keessan keessaa qabaannan, Akka isiniif dalagu gochuu dandaa’a. Namoonni biyya hambaa jirtan keessattuu yeroo bakka network ugguramee jiru deemtan app kana qabaannan shakkii tokko malee fayyadamtu. App isaa dhuma barreeffama kanaarraa waan…

Video namaa fe’uun YouTube monetize akkatti godhattan.

Video namaa fe’uun YouTube monetize akkatti godhattan.

YouTube Channel akkamitti Video namaa lakkisuun monetize gochuu dandeenya? Akka seera YouTube’tti namni kamiyyuu video ofii isaan dalagee ala Kan nama biroo fuudhee yoo maxxanse hin adabama. Garuu tooftaan ittiin video nama tokkoo fuunee maxxansinee ittiin monetize godhachuu dandeenyu tokko Jira innis tooftaalee gurguddaa lama Kan of jalatti haammatu waan ta’eef tooftaalee kana lameen sirnaan…

Furmaata bilbilla file guuteef.

Furmaata bilbilla file guuteef.

link’in ittiin buufattan dhumarra jira garuu utuu hin buufattan barreeffama kana hunda dubbisuun,si fayyadaa. Duplicate Files Fixer” faayiloota dachaa ta’an meeshaa Android keessan irraa argachuu fi balleessuun bakka kuusaa dabalataa osoo baay’ee utuu hin jedhiin deebifachuu dandeessan. Kana malees, qulqulleessituu suuraa walfakkaatu kan yeroo dhiyootti application irratti dabalame suuraawwan walfakkaatan ni balleessu. Meeshaa kana fayyadamuun…

Bilbila keenya akka iphone gochuun dandaa’amee.

Bilbila keenya akka iphone gochuun dandaa’amee.

Appi Haarayaa bilbila keenna gara launcher iphone nuuf jijjiirtu kana buufadhaa ittis gargaaramaa.Link app kanaa dhuma barreeffama kanaatirra waan jiruuf buufadhaa! X Launcher Bilbila Android keessaniif dizaayinii diriiraa, launcher sirriifi xiqqaa (8MB qofa) ta’eedha. Dizaayinii OS 13 isa haaraa fayyadama; Bifaafi hojii bilbila keessanii guutummaatti jijjiiruu danda’a, muuxannoo kanaan dura hin argamne isiniif kenna: salphaa,…

Oduu ammee !

Oduu ammee !

Horro Guduruu! #Haqa kana dubbachuuf keessi koo of na dirqamsiise!#Balaa hammana gahuuf sababni guddaan diinaa ol fira diinomedha! Warra sirna_dhablummaan sammuutti dagaagetu Haatiif Abbaan isaa akka ajjeefamuuf karaa saaqe! yoo dubbanne boor deemanii Haadhaaf abbaa keenya ajjeesu! Oromoofis hin taane, Ormas irraan ittisne! Warra Bilisummaa maallaqaaf sochootutu madaa Oromoo horfaa jira. murna hannaatti bobbahuuf laga…

Tecknology icciitii gadi baase.

Tecknology icciitii gadi baase.

Teeknooloojjin icciitii gadi baase! ✓Guutun dubartii waggaa meeqaa akka fuudhe beektuu? ✓Teknolojiin kun icciitii nama baay’ee saaxilaa jira app ajaa’ibaa bara kanaa Kan ta’e app haaraan umurii namaa Isa dhugaa saaxilu dalagamee Jira app kanas buufachuun itti fayyadamaan jedha. How old do I look? Decide your age from your photographs using our face scanner app…

Miidhagina mobile Kan nuuf dabalu…

Miidhagina mobile Kan nuuf dabalu…

Screen bilbila keenyaa Kan nuuf bareessu application haaraa heedduu namatti tolu tokkoon Wal isin barsiisuun fedha. Nova Launcher bakka bu’aa iskiriinii manaa humna guddaa qabu, haala barbaadamuun kan jijjiiramuu danda’uu fi baay’ee kan hojjetudha. Nova iskiriinii manaa keessan fooyyessuuf amaloota sadarkaa olaanaa fida, garuu ammas filannoo guddaa, fayyadamaadhaaf mijataa ta’ee nama hundaaf ta’ee hafa. Home…

Suura Qulqullina qabu app kaasu.

Suura Qulqullina qabu app kaasu.

Appii Kaameeraa Ajaa’ibaa kaasuun akka addunyaatti sadarkaa qabatee jiruufii,bilbiloota android irratti sirnaan dalagu, akkasumas video yeroo waraabnu sagalee halaa dhufu block ofirraa gochuu danda’u kana link isaa dhuma barruu kanaarra waan jiruuf buufadhaa jechaa… Open Camera jechuun appii Kaameeraa guutummaatti bilisa ta’eedha. Amaloota: Filannoo auto-level akka suuraan keessan perfectly level ta’u waan fedhe yoo ta’e….

App Shamarran akka lubbuu dhaban godhu.

App Shamarran akka lubbuu dhaban godhu.

App icciitiif namoonni heeddun itti gargaaraman kana beektuu laata? app Kun hojiin isaa fuula screen bilbila keenyaa waraabudha.app kanatti gargaaramuun namoonni heedduun icciiti jajjabaa Safuu cabsan heedduu gad yaasaa jirus turanis.Akkamiin? Wanti Kun shamarran biyya hambaa baayyinaan Kan irra deddeebin quunnamu yoo ta’u , dhiirti biyya ormaa tokko shamarreedhaa video dhaan bilbiluun(Video call) jechuudha, eerga…