Atileetii Itoophiyaa abbaa mana ishee ajjeesisuun hidhaan umurii guutuu itti murtaa’e

Atileet Bassuu Saaddoo abbaa warraa ishee Tashaalaa Taammiruu(atileetii ture) waliin waggoota saddeet hanga kudha lamaa ta’uf waliin jiraachaa turani. Tashaalaan erga fiiguu dhaabe booda haadha warraa isaa waliin Magaalaa Sandaafaa, Ganda 01, naannoo solaar fabrikaa jedhamu waliin jiraataa turan.ALI Hagayya 08, 2014 garuu wanti hin eegamne raawwate. Akka galmeen poolisii ibsutti Tashaalaan mana isaa keessatti…

Namoonni bilbila smart phone qabnu yoo nu jalaa bade ykn hatame akkamitti argachuu dandeenya?

Namoonni bilbila gaarii ykn smart phone qabnu bilibilli keenya yoo badee ykn yoo hatamee akkaataa nuti itti deebinee, argachuu dandeenyu nii jiraata. garuu utuu bilibilli keenya hin badin dura waantota nurraa eegamantu jiru. isaanis 1.Bilbila keenya setting keessa kan jiru gara dhumaadhaa ‘about phone’ kan jedhu keessaa seennee IMEI (international mobile equipment identity)kan jedhu waraqaa…

LinkedIn Ads Akkamiin Fayyadamu

LinkedIn Ads Akkamiin Fayyadamu

Qajeelfama Guutuu Beeksisa LinkedIn Ads Bara 2022 fakkeenya haguuggii Karoora of eeggannoo LikedIn ads osoo hin qabaatin miidiyaaleen hawaasaa yeroo tokko tokko gara bakka duwwaatti iyyuutti itti dhaga’amuu danda’a. Kanaaf linkedln download ykn install godhadhaa Beeksisa LinkedIn fayyadamuun garuu, sagalee maqaa keetii dhaggeeffattoota sirrii ta’aniif karaa akka taasisu wabii kennuu dandeessa. Akkasumas, dhaggeeffattoota murteessitootni dhiibbaa…

App Sirba Yoosan Dhaggeffattanii Qarshii Isiniif Kaffalu Make Money online

App Sirba Yoosan Dhaggeffattanii Qarshii Isiniif Kaffalu Make Money online

ODUU GAMMACHIISAA App Sirba Yoosaan geetahun Dhaggeeffachuu keessan Qofaaf Guyyatti Hanga Qarshii Kuma Tokkoo (1,000) ykn Doolaara 20 ( 20$ ) ol isiniif Kanfalu Kana Beektuu , Yeroo Ammaa Kana Karaalee ittiin Onlaayinii irraa Qarshii heedduun hoojjetamu bayyachaa jira, Gidduu Kana Ammoo Waantota Gaggaarii Karaalee Onlaayinii irraa Qarshii Kumaatamaan Argannuutu Gadhiifamaa jira, Akkuma Beekamu Yoosaan…

App Sirba Haaraa Yosaan Getahun Irraa ilaaltan

App Sirba Haaraa Yosaan Getahun Irraa ilaaltan

Baga Gammaddan Artist yoosan Getahun sirba Haaraa Mata Dureen isaa Gumaa Gootaa Jedhu Baasee jira , Sirba isaa kana Namoonni Ilaaluu ykn daawwachuu feetan App ani Link isaa isiniif Kaawu kana Gara Dhumaarra Deemuun Buufattanii Install Godhachuun Sirba Artist Yoosaan Getahuun Sana Ilaaluu Dandeessu, Sirbi isaa kun dhadhabbii fi Rakkina heedduun hojjetamuun Asiin Gaheera Ummanni…

Seeseen maali?

Seeseen maali?

▪️Seeseen Maali? -Seesee jechuun “Warra Kaayyoo ABO ganamaarraa seese” jechuudha.“Seese” jechi jedhu jecha Afaan Oromoo #Seesuu jedhurraa dhufe. Hiikti isaa, Shakkuu, mamuu, itti-amantaa dhabuu, dudduuba jechuu, jechuudha. Seeseen warra milkaa’uu Walabummaa Oromiyaatiifi Bilisummaa Oromoo shakkee irraa maqe ykn dudduubatti deebi’ee Itoophiyaa Keessatti aangoo qooddachuuf bololi’anidha. Warri akkasii,Maqaa ABO uummanni waan jaallatuuf ABO ofiin jedhu.garuu,-ABO humnaa…

Video Editing’f kan sin gargaaru.

Video Editing’f kan sin gargaaru.

Bilbila keessaniin video yeroo waraabdan haala namatti toluun edit gochuun argaaf bareessanii dhimma barbaadaniif oolchuuf app barbaada. app kunimmoo yeroo heedduu computer irratti malee bilbila irratti hin dalagu ture Amma garuu app Kuni gara mobile harka keenyarraa qabnuutti dhufee Jira. namni kamiiyyuu video waraabee TikTok, YouTube,akkasuma Facebook irratti lakkisuuf app kanatti yoo gargaarame fudhatamummaa guddaa…

Lakkoofsa bilbilaa malee Facebook, telegram, Whatsapp banachuuf…

Lakkoofsa bilbilaa malee Facebook, telegram, Whatsapp banachuuf…

Social media garagaraa fayyadamuuf biyyoota hambaa teessanii maatii keessaniin Wal quunnamuuf kaatanii; garuu sim card siniif baasuu diduun akka maatin keessan sagalee Kee dhagaa’an akkasumas atis sagalee maatiikee dhaga’uuf hawwitee sim card dhabuun mataa SI dhukkubee beekaa laata? garuu kanaaf furmaanni waarawaan sim card biyyoota alaa hundaa karaa marsariitii argattaniifii ittiin telegram,imo, Whatsapp, Facebook, Instagram,…

Biyyoota barbaaddanitti tolaan bilbiluuf…

Biyyoota barbaaddanitti tolaan bilbiluuf…

Biyyoota addunyaa maratti Ethiopia gara saud Arabia’tti yookin saud Dhaan gara Ethiopia’tti akkasumas biyyoota barbaaddanitti tolaan bilbiluu marsariitii isin dandeessisu Kan namni hunduu itti fayyadamuu qabudha. website Kuni kan hundaa’eef akka namoonni heedduun biyyoota adda addaatti bilbiluuf baasii guddaaf hin saaxilamneef waan ta’eef namni marsariitii Kanatti hin gargaaramne Jira jedhee hin yaadu keessattuu namoota biyya…

Oduu Gaddaa…

Oduu Gaddaa…

Wallee “dagalee jiruu si godha” jedhuun jaalatamummaa hedduu kan horate; Weellisaa Taajuu Shurrubbee, haadha warraa isaa lubbuu d-a-b-a-r-s-e jedhamaa jira. Akkuma jaalalli jiru; tarii jibbi uumamuu danda’a. Yoo hireen waliif nama hin laanne nagaan gargar bahuu wayya ture. Sanuu suuraa inni maxxanse guyyaa 3 dura share gootee turte. Innis mormarraa maqaa ishee qaba. Waaqni balaa…