App charger orginal Fi Copy adda nuuf baasu.

App charger orginal Fi Copy adda nuuf baasu.

Application baayyee nama gammachiisu tokkoon Wal sin barsiisa, charge bituuf deemtanii garuu original moo copy dha jettanii adda baasuu sinitti ulfaatee osoo hin bitin galtanii beektuu?yookanimmoo bittanii copy sin jalaa ta’ee beekaa?maarree app Kun kanaaf furmaata waarawaa ni taa’a jedhee waanan yaadefan siniif maxxanse.App Kun Haga charge sun saffisaan ittiin lakkaa’u nutti muliisa. innis bifa…

TikTok Ethiopia keessatti kaffaltii eegaluu gabaase.

TikTok Ethiopia keessatti kaffaltii eegaluu gabaase.

Dhaabbanni TikTok Ethiopia keessatti kaffaltii eegaleera!Dhaabbanni TikTok duraan Ethiopia alatti malee keessatti kaffalaa Kan hin turre yoo ta’u, amma immoo gara biyya keessa galuun akkuma YouTube Fi website kaffaluu eegalame jedhu.Kanas kaffaluun haaluma salphaan osoo hin taane akkuma YouTube dalagaan ati dalagdu waan bareedaa namatti tolu ta’uu akka qabuufii namni kamiyyuu dalagee jireenya isaa jijjiiruu…

Oduu Gaddaa,Amuruu!

Oduu Gaddaa,Amuruu!

Amuruu Agamsaa Lubbuun ol adeemaa hedduu dhabne. Gadda yoomuu irraanfachuu hin dandeenyetu nu mudate. Obbolaan keenya hedduu dhabne. Barri gaddaaf barri guyyaadhaa gara guyyaatti Lubbuu dhabuun dhaabbatu yoomi laata? Akka kaleessa barreesseen ture Lola humna Finxaaleeyyii Amaaraa Godina Horroo Guduruu Aanaa Amuruu Ganda Agamsaatti kaleessa barii Uummata nagaarratti banameen jiraattonni naannoo hunduun qabeenya isaaniirra buqqaniiruu,…

App password WiFi cabsuuf nu gargaaru.

App password WiFi cabsuuf nu gargaaru.

Password WiFi tokkoo kallattimaan maqaafii jecha darbii isaa Kan nutti mullisu app Ajaa’ibaa kanatti gargaaramuu qofaan itti gammadoo taatu. maqaan app kanaa wifi map yoo jedhamu link isaa dhuma barreeffama kanaarra godhameera achi buufattu jechuudha. Hundi keenya achi turre: ariifattee jirta ykn bakki kam wifi bilisaa akka qabu mirkanaa’aa miti yeroo walqunnamsiisuu barbaaddu hunda magaalaa…

Imo Beeksisa ofirraa hin qabne app haaraa.

Imo Beeksisa ofirraa hin qabne app haaraa.

App Beeksisaa fi iddoo xiqqaa qabatu Kan saffisni Isaa application imo hunda irra fooyyaa’aa ta’e kanaan Wal baradhaa. imo Lite bara 2022 HAARAA, guddina appii 6MB qofa, beeksisa irraa bilisa, bilbila saffisaa fi sirriitti. imo imo Lite, imo HAARAA bara 2022 kan maatii, hiriyoota, fi hiriyoota hojii gidduutti walqunnamtii salphaa akka ta’uuf qophaa’e beeksisuudhaaf gammachuu…

App Ajaa’ibaa saffisa data fi WiFi keenyaa haalan nuuf dabaluu!

App Ajaa’ibaa saffisa data fi WiFi keenyaa haalan nuuf dabaluu!

App ajaa’ibaa saffisa data Fi WiFi keennaa nuuf dabaluu kanatti namni gargaaramuu hin barbaanne Jira jedhee hin yaadu… Maqaan app kanaas Firefox browser Kan jedhamu yoo ta’u link app kanaa dhuma barreeffama kanaa irraa argattu. Browser bu’aa hin arganne kan ad blocker qabu kan nageenya qabu, dhuunfaa & saffisaa qabu qofa. Browser people-first kan dhaabbata…

Online irraa qarshii kumaatamaan lakkaa’amu hojjechuuf…

Online irraa qarshii kumaatamaan lakkaa’amu hojjechuuf…

Online irraa qarshii kumaatamaan lakkaa’amu guyyoota muraasa keessatti dalaguu akka dandeessan meeqan keessantu beeka laata. Jaarraan Kun jaarraa Science fi technology waan ta’eef manuma keenya keessa teenyee galii dabalataa argachuun dandaa’amee Jira.Galii kanas dhiibbaaf rakkoo tokko malee wanti dalagdee kallattimaan si qaqqabuun galii Kee Isa dabalataa akkasumas Kan idilee godhachuu ni dandeessu jechuudha. Guyyaa arraa…

Suura keessan dhiiraa gara shamarree ykn shamarree gara dhiiraa…

FaceApp appii mobaayilaa AI photo editing gochuuf gargaaru keessaa isa tokkodha. Appilikeeshiniiwwan beekamoo hanga har’aatti miliyoona 500 ol ta’an keessaa tokko fayyadamuun suuraa ofii kee gara suuraa moodeelaatti jijjiiri. FaceApp gulaallii Instagram-malu uumuuf waan isin barbaachisu hunda bilisaan isiniif kenna. Kana booda iskiriinii keessan irratti tuquun dabalataa hin jiru! Tuuta dinqisiisaa calaqqee AI, duubbee, bu’aa,…

Ijoollen oromoo warra adii malee didaniiru

suura keessan murtanii nama biraa bukkee kaa’uuf Kan isin dandeessisu application ajaa’ibaan Wal baradhaa. Suuraalee & istikaara gara kolaajii fi meemii ajaa’ibsiisaa ta’anitti remix gochuuHawaasa Picsart kan uumamtoota miliyoona 150 ol ta’an addunyaa irratti argamanitti makamaa. Gulaalaa suuraa fi gulaalaa viidiyoo Picsart jedhamu kanaan kalaqa keessan jireenyatti fiduu dandeessu. Koolaajii sadarkaa ogeessaa hojjechuu, istikaara dizaayinii…

Dargaggeessi Mandii Fuudhekaa durba Hindii

Dargaggeessi Mandii Fuudhekaa durba Hindii! 😁😋Soddaan keenya kun intala eenyuutii? maal hojjetti? … isa jedhu gara Bergen, Hordaland imallee, xiqqooshee qoqqoranne!😋😁#Mira_Thiruchelvam akkumakoo ulullee afuufti. Box Guitar 🎸 ni taphatti. Gurmuu 9 grader nord (9°N) jedhamu kan miseensa 4 of keessaa qabu keessa jirti. Universitetet i Bergen irraa Muummee #Biology dabalataan #Pedagogy baratte. Obboleettii ogeettii muuziqaa…