Namoonni bilbila smart phone qabnu yoo nu jalaa bade ykn hatame akkamitti argachuu dandeenya?
Namoonni bilbila gaarii ykn smart phone qabnu bilibilli keenya yoo badee ykn yoo hatamee akkaataa nuti itti deebinee, argachuu dandeenyu nii jiraata. garuu utuu bilibilli keenya hin badin dura waantota nurraa eegamantu jiru. isaanis
1.Bilbila keenya setting keessa kan jiru gara dhumaadhaa ‘about phone’ kan jedhu keessaa seennee IMEI (international mobile equipment identity)kan jedhu waraqaa hin bannee ykn waanta baduu hin dandeenye irratti barressinee ka’uu qabna. Bilbilli keenya yoomiif essatti akka inni badu waan hin beekneef Lakkofsa kana iddoo deemnu hundatti yoo nurka jiraate gaarii ta’a.
Karaa gabaabaadhaan lakkoofsa IMEI argachuudhaaf gara *#6# tti bilbilu dandeenya. Bilbiloonni addunyaa kanarra jiran hundi lakkoofsaa IMEI garaa garaa qabu. Akka hin dogogorreef baayyinni lakkoofsota kanaa 15.
- Yeroo bilbila keenya fayyadamnu ‘E-mail’ banachuu qabna sababni isaa erga bilbilli keenya badee ‘step’ bilbila keenya argachuuf deemnu keessatti ‘Email addres’ waan nu gaafatuuf.
Kana hunda goonerra taanaan erga bilbilli keenya badee ykn hatamee waan gochuu qabnu, lakkoofsa IMEI nu jalaa badee sana gara (cop@vsln.net) jedhutti’Email’dhaan bifa armaan gaditiin ergina.
Your name _
Adress_________________
Model__________________
Made in________________
Last used number____________
Email for communication___________
Missed date_______________
IMEI number_______________
Fakkeenyaaf
Your name: Alazar Kidanu
Adress:Enango, Ethiopia
Mode:l infinix hot 8
Made in : China
Last used number: lakka bilbilaa utuu bilbilli hin badin dura nuu bilbile isaa dhumaa.
Email for communication: lazaruskidanu529@gmail.com
Missed date:guyyaa bade itti barreessitu
IMEI number:IMEI bilbila badee
sa’aati 24 keessatti sirna GPSR jedhamuun,bilbilli keenya eessa akka jiru,eenyu bira akka jirufi lakkofsa bilbilaa nama bilbilaa keenya qabachaa jiru argachuu dandeenya.
Argachuu nan danda’aa
Eeyyee