Appii backgroun babbareedaa Suuraa keenya bareechuu qabu

Appii backgroun babbareedaa Suuraa keenya bareechuu qabu

Photo editor & photos cutout. Background editor with trending collage & filter. 🏆PickU is a versatile and super easy-to-use photo editor! It can be used for photo cutout, background eraser, background changer, logo maker, collage maker, sticker maker, blur photos and portrait with beauty filters, collages and effects.PickU makes cutting and photo editing extremely easy…

Namicha biyya Hindii waggaa 30f poolisiidhaan utuu barbaaddamu fiilmii 28 keessatti poolisii ta’ee hojjate

Namni lammii Indiyaati tokko Poolisiidhaan waggoota 30f baayyee barbaadamaa ture, Utuma barbaadamuu ammoo fiilmiiwwan 28 keessatti taatoo ta’ee hojjete. Waan hunda caalaa kan nama ajaa’ibu ammoo fiilmiwwan hojjate keessatti Akka poolisii, ajajaa fi konistabiliitti ta’ee hojjateera. Fiilmiwwan inni taatoo ta’ee irratti hirmaate keessaa tokko Yutuubii irratti si’a miliyeena 7.6ilaalameeraHoom Piraakaash ykn Paashaa Kaaluu kutaa bulchiinsa…

Ramaddii barattoota riimiidiiyaalaa

Ramaddii barattoota riimiidiiyaalaa

Kunooti link kanaan seenaa 👇👇👇👇👇👇 HUNDA TOKKO KEESSATTI: Qajeelfama TV fooyya’aa + remote TV, air-conditioner fi kkf. Meeshaalee elektirikii keessan bilbila keessaniin Mi Remote fayyadamuun to’adhaa. Yeroo remote kee argachuu hin dandeenye ykn hiriyyoota kee prank gochuun sitti dhaga’amu hundatti Mi Remote gargaaruuf achitti argama. Akkasumas waa’ee sagantaalee TV jaallattan odeeffannoo isin barbaachisu hunda qabna,…

Seenaa jaalalaa dargaggeessa Hindii fi shamarree Paakistaan lamaanuu mana hidhaa galche

Dargaggessi Indiyaa umri waggaa 21 ta’eefi Mulayam Singi Yadaav fi shamarreen ganna 19 lammii Paakistaan taatee Igra Jeewanii jedhamtu, kan wal baran karaa toora interneeti yoo ta’u tapha (game) Ludoo waliin tapachaa turani. Dargaggoo Yadaav dhaabbata ICT Baangaaloor tokko keessa waardiyyaa ta’ee hojjata. Jeewaniin ammoo magaalaa Paakistaan Haayidirabaad keessatti baratti turte.Jaalalli Singi Yadaav fi Jeewanii…

Hiriyaa dhugaa

HIRIYYAA DHUGAA Dargaggeessa abbaan isaa isa qofa qabuu fi baay’ee wal jaallatan tokkotu ture. Abbaan isaa yeroo hundumaa fakkeenyaan waa isa barsiisa ture. Dargaggeesichis hojii isaatti nama milka’aa fi ko’ommataa ture. Osoma hojiin isa mudduu bar tokko akka fuudhuu barbaadu abbaa isaatti himate. Abbaan isaas baay’ee gammade. Dargaggeessichis michuu baay’ee jaallatu akka qabuu fi yeroo…

Application iddoo WIFI’in bilisaa jiru kaartaadhaan nuutti agarsiisu

Jechoota icciitii WiFi, kaartaa Offline fi VPN nageenya qabu. WiFi kamiinuu BILAASHAAN wal qunnamsiisaa! WiFi Map hawaasa Wi-Fi addunyaa irratti isa guddaadha! Kuusaa deetaa WiFi hotspot addunyaa irratti isa guddaa WiFi Map® addunyaa guutuutti bakkeewwan WiFi miliyoona 150 ol kan qabu yoo ta’u, lakkoofsi kun guyyaa guyyaan guddachaa jira galata hawaasa keenyaaf. Appii kanaan, bakkeewwan…

|

Osoo qarshii kudhan argateera ta’ee ijoolleesaa dhiisee of hin ajjeesu ture.

Osoo Qarshii 10 argateera ta’ee Ijoolleesaa bakkeetti dhiisee of hin ajjeesu ture Toleeraa fi Caaltuun erga wal fuudhanii waggaan tokko darbeera. Inni hojii biraa waan hin qabneef olii gad deemee hojii humna barbaadee hojjatee jiraachisa ture. Haati manaa isaa Caaltuun ammoo erga dhukkuba kaanseriin qabamtee bubbulteetti. Utuma jireenyi itti ulfaatu,isheenis utuma dhukkubsattuu ijoollee sadii wal…

application barreefama Suuraa kaasuun gara document’tti jijjiiru

application barreefama Suuraa kaasuun gara document’tti jijjiiru

Image to PDF Converter & Scanner. Scan & Edit PDF documents. Convert your images to PDF Document or modify existing PDFs. Edit, print & manage documents in PDF with your mobile device! A fast and simple document scanner app with high quality PDF and Text output. 1. Scan documents, receipts and business cards and Convert…

application Suuraa keenya qulqullina isaa utuu gad hin buusiin Mb irraa gara Kb tti gad buusuu

QReduce Lite: Compress photo size by quality and file size The main function of QReduce Lite is to compress photos to a particular file size accurately.This app will compress/reduce image size in mb to kb.The picture will be saved as JPG/JPEG. Use QReduce Multi -> https://play.google.com/store/apps/details?id=com.mobso.photoreducer.multi <- to perform the same task in multiple photos…

|

Barataa digirii dhaan eebbifamee sababa hojii dhabeef digirii isaa deebisuuf jedhu

Asaffaa Alamuu waggaa sadii dura Yunivarsitii Asoosaa irraa gosa barnootaa injinaringitiin qabxii olaanaadhaan eebbifame. Barataan kun gosa barnootaa kanaan qacaramee hojjechuufis ta’e dhuunfaadhaan hojjechuu waan hin dandenyeef, waraqaa barnootaa kana yuuniversitichatti deebisuuf murteesseera jedhe. Gosa barnootaa Siivil Injinariingiin eebbifamuunkoo jireenya koorraatti jijjiirama fide homaa hin qabu jedheera.Asaffaan, yeroo ammaa maallaqa hojii guyyaan hojjetu irraa argatuu…