Atileetii Itoophiyaa abbaa mana ishee ajjeesisuun hidhaan umurii guutuu itti murtaa’e

Atileet Bassuu Saaddoo abbaa warraa ishee Tashaalaa Taammiruu(atileetii ture) waliin waggoota saddeet hanga kudha lamaa ta’uf waliin jiraachaa turani. Tashaalaan erga fiiguu dhaabe booda haadha warraa isaa waliin Magaalaa Sandaafaa, Ganda 01, naannoo solaar fabrikaa jedhamu waliin jiraataa turan.ALI Hagayya 08, 2014 garuu wanti hin eegamne raawwate. Akka galmeen poolisii ibsutti Tashaalaan mana isaa keessatti…

application akka projector bilibila keenya irraa gara Tv’tti guddisee dabarsu

Projector go: Qajeelfama Pirojektaraa Iskiriinii Kaastaa fi viidiyoo HD Screen Cast 📲 appii iskiriinii dynamic cast kan meesha we willalee android keessan hundaaf taableetii dabalatee ta’eedha. Dabalataanis meeshaalee Apple kan akka iPhone fi MacBook irrattis app cast kamiyyuu fayyadamuu dandeessu. Appii kanaan bilbila keessan irratti waanuma fedhe meeshaa keessan irraa gara tv cast gochuu dandeessu….

Application dhokaasstti nama bilibila keenya tuxuxaqaa olee viidiyoo waraabu

Viidiyoo ogummaadhaan waraabuu Third Eye app camera yoo ta’u yeroo screen keessan guutummaatti cufame (Ija Sadaffaa keessan) video waraabuuf isin gargaarudha [Yaadannoo] Record video smartly Third Eye is a camera app which helps you record video while your screen is completely off (your Third Eye) [Note] [FQA]Q: Why does recording stop when a video file…

Dubartii guyyaa sadiif mana fincaanii keessaa turte

Dubartiin gannaa 54 lammii Taayilaand qofaa ishee jiraattu tokko mana fincaanii seentee akka tasaa karaa alaan ofitti cufte. Yeroo dhimma ishee xumurattee ba’uuf jettu waanti isheen hin yaadne ishee mudate. Balabala banuuf gaafa jettu balballi banamuu dide. Manni fincaanii sun balballi isaa cabee waan tureef, yeroo isheen seente karaa keessaa utuu hin taanee karaa alaa…

Namoonni bilbila smart phone qabnu yoo nu jalaa bade ykn hatame akkamitti argachuu dandeenya?

Namoonni bilbila gaarii ykn smart phone qabnu bilibilli keenya yoo badee ykn yoo hatamee akkaataa nuti itti deebinee, argachuu dandeenyu nii jiraata. garuu utuu bilibilli keenya hin badin dura waantota nurraa eegamantu jiru. isaanis 1.Bilbila keenya setting keessa kan jiru gara dhumaadhaa ‘about phone’ kan jedhu keessaa seennee IMEI (international mobile equipment identity)kan jedhu waraqaa…

Snapseed

Snapseed

Professional quality photo edits with the new Snapseed. Snapseed is a complete and professional photo editor developed by Google. == KEY FEATURES== • 29 Tools and Filters, including: Healing, Brush, Structure, HDR, Perspective (see list below) • Opens JPG and RAW files • Save your personal looks and apply them to new photos later •…

Battery Charger is the best battery charging app 2023

Battery Charger is the best battery charging app 2023

Battery makes battery charger optimization & battery health monitoring easy! 🪫⏳🔋Battery Charger is the best battery charging app 2023 Battery Charger is an essential app for using smartphones every day. Eco Battery understands that the battery is an important thing when using a phone, and is very concerned about battery health. Therefore, the battery charging…

UAS jobs dubai jobs

UAS jobs dubai jobs

All Jobs in UAE : Dubai , Abu Dhabi , Sharjah , Ajman , Ras al-Khaimah , Fujaira UAE Jobs is one of the app for finding jobs in UAE. Jobs in UAE (Vacancies)The United Arab Emirates (UAE) is a flourishing part of the world that is performing an increasingly significant function in both international…

love culculte

love culculte

Calculating LOVE compatibility based on an ancient numerical algorithm. Are you in love, but not sure he or she loves you back? How do you know if your partner is true to you? Then a must use is Love Calculator app for calculating love compatibility based on an ancient numerical computational algorithm. It derives its…