Online irraa qarshii kumaatamaan lakkaa’amu hojjechuuf…

Online irraa qarshii kumaatamaan lakkaa’amu guyyoota muraasa keessatti dalaguu akka dandeessan meeqan keessantu beeka laata.

Jaarraan Kun jaarraa Science fi technology waan ta’eef manuma keenya keessa teenyee galii dabalataa argachuun dandaa’amee Jira.
Galii kanas dhiibbaaf rakkoo tokko malee wanti dalagdee kallattimaan si qaqqabuun galii Kee Isa dabalataa akkasumas Kan idilee godhachuu ni dandeessu jechuudha.

Guyyaa arraa kana application tokko Kan qarshii haala ajaa’ibaan isiniif kaffalu hojiif salphaa ta’e tokkoonan Wal isin barsiisuun barbaada.
app kanatti dhugumaan seerasaa eegdee fayyadamta taanan online irratti baasii malee galii argachaa Kan hin turre amma ammoo galii malee baasii dhabamsiisa deemta jechuudha.

Maqaan app kanaas Clipclaps yoo jedhamu link isaa dhuma barreeffama kanaarra siniif kaa’ee waanan jiruuf achirraa buufachuun itti fayyadamtu jechuudha. Akkaatan itti fayyadamaa application kanaa salphaafii hojjechuuf yeroo Kan namatti hin fudhanne waan ta’eef hundumti keessan app kanaan Wal baraan isiniin jedha.
app kana akkuma buufattaniin wanti ijoon isin baduu qabdan Email qabaachu dha.
Email bilbiluma Harka keessanirra jiruun banattanii app kana eerga seentanii booda akka google account keessaniin banattaniif ofumaan isin ajaja.

sinis Email keessan itti gochuudhaan gara keessoo isaatti eerga dabartanii jalaa isaatti wantoota akkas jedhan argattu.
Videos
•Discover
•Rewards
•Claphouse
•Me

Kan jedhantu Jala isaanitti tartiibeffamee argama isaan keessaa Video Kan jedhu Jala seentanii video achi Jala Jiran kanneen baayyee nama dinqan waan ta’eef isaanuma qofa ilaaltu inni immoo haguma isin ilaaltan qarshii isiniif kaffala, kana malees Discover Kan jedhu tuquun game qofa taphattanii akka kaffaltii argattanif isin gargaara jechuudha.

haguma isin dalagaa deemtan coin waan siniif laatuuf rewards Kan jedhu keessa galaatii walitti qabadhaan siniin jedha.
kana malees app Kun waan fayyadamtan qofaaf waan isin badhaasuuf itti fayyadamuu qabdu.
badhaasa kana argachuun rewards Kan jedhu tuquun Redeem Kan jedhu filadhaa kana booda iddoo itti lakkoofsa galchitan waan sin gaafatuuf bakka lakkoofsa sanatti lakkoofsan siniif barreesse kana guuttu jechuudha innis
143060 kanadha. yeroo qarshii keessan fudhattan Mobile card biyyan keessa jirtanii yookin PayPal dhaan fudhachuu dandeessu waan sin dhibe comment gochuun nagaafadhaa Galatoomaa !

Get rewarded for watching your favorite videos

ClipClaps is the best video player in the world! Earn rewards by playing games, watching videos and uploading links of your favorite videos!

Step 1:
OPEN! ClipClaps
Step 2:
WATCH! The BEST vids and LOSE YOURSELF in our digital content!
Step 3:
SHARE! Upload the content you like and become a MEGASTAR!
Step 4:
ENJOY! Experience the fun game!
Step 5:
Repeat step 2-4 until you realize…

At ClipClaps, we have the hottest video content. Lose yourself in the infinite scroll of the craziest, funniest videos from YouTube, whilst getting rewarded for every second you watch!

At ClipClaps, your opinion matters! YOU can be the ultimate judge that decides the fate of the next popular video. Be the start of a meme that makes it to the history books.

At ClipClaps, you can build yourself up to be a MEGASTAR! Upload your favorite content and instantly get thousands of views! Grow your audience to amplify your reward earnings even more!

ClipClaps is your PERFECT video content community. From creators to viewers, from casual to professional, you can start your journey here with us!

Download gochuuf as tuqaa👇

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.sanhe.clipclaps

Similar Posts

6 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *