Lakkoofsa bilbilaa malee Facebook, telegram, Whatsapp banachuuf…
Social media garagaraa fayyadamuuf biyyoota hambaa teessanii maatii keessaniin Wal quunnamuuf kaatanii; garuu sim card siniif baasuu diduun akka maatin keessan sagalee Kee dhagaa’an akkasumas atis sagalee maatiikee dhaga’uuf hawwitee sim card dhabuun mataa SI dhukkubee beekaa laata?
garuu kanaaf furmaanni waarawaan sim card biyyoota alaa hundaa karaa marsariitii argattaniifii ittiin telegram,imo, Whatsapp, Facebook, Instagram, TikTok,Viber Fi kanneen social media heedduu ittiin banachuuf lakkoofsi tolaan isin gargaaran jiru jechuudha.
Maxxansi Kun soba(fake) sitti fakkaachuu mala garuu dhuguman siniin jedhaa namni sirnaan wanta maxxansine kana sirnaan itti fayyadamee jiraannan inuma milkaa’a jechuudha.
Marsariitichi maali ?
marsariitin lakkoofsa tolaa irraa argattan Kuni marsariitii maqaan Isaa receivesms.co jedhamu yoo ta’u akkuma chrome keessa seennen google irratti jechan Amma isiniif gurraachesse kana yoo barreessitan hin argattu jechuudha.
marsariitii kanarraa lakkoofsa bilbilaa biyyoota Addunyaa gurguddoo kan of jalatti qabatedha.
Akkamiin Dalaga?
Haalli itti fayyadamai Isaa baayyee salphaa yoo ta’u innis eerga marsariitii sana seentanii lakkoofsa bilbilaa biyya kamii akka barbaaddan kan sin filachiisu yoo ta’u,filannoo keessan booda ammoo lakkoofsota bilbilaa heedduu isiniif tartiibessa(Fkn lakkoofsa bilbilaa united States/us yoo filattan siniif tartiibessa jechuudha) sinimmoo achi keessaa filachuudhan lakkoofsa inni isiniif laatu sana copy gootanii telegram ittiin banachuuf yoo ta’e telegram keessan keessatti paste gootu (lakkoofsa siniif laatame sana telegram’tti galchitu jechuudha)
sana booda code verification siniif ergamu gara marsariitii sanaatti deebi’uun refresh gootanii sms haaraa gale second Isaa ilaaluun itti galchitanii banattu jechuudha
.yoo gaaffii qabaattan comment irra kaa’aa galatoomaa!!
Link marsariitii kinooti ⤵️⤵️
receivesms.co
I want to be user of the technology
Elsay tech hedduu galatoomi app story facebook download ittiin goonu nuuf maxxansi
Yoo asiin dura barsiistee jira ta’e link naaf ergi