App Shamarran akka lubbuu dhaban godhu.

App icciitiif namoonni heeddun itti gargaaraman kana beektuu laata?

app Kun hojiin isaa fuula screen bilbila keenyaa waraabudha.
app kanatti gargaaramuun namoonni heedduun icciiti jajjabaa Safuu cabsan heedduu gad yaasaa jirus turanis.
Akkamiin?


Wanti Kun shamarran biyya hambaa baayyinaan Kan irra deddeebin quunnamu yoo ta’u , dhiirti biyya ormaa tokko shamarreedhaa video dhaan bilbiluun(Video call) jechuudha, eerga isheen jalaa kaaftee app kana bilbila isaa irratti banuun akka isheen waan heedduu Isa ilaalchiftuufii akka isheen waan heedduu Safuu cabsan illee haasoftu gochuun wanta ishiin haasofte mara isaayyuu akka basaasatti app kana gargaaramuun itti fayyadama jechuudha.

App kanatti gargaaramuun shamarran heedduun akka lubbuu isaanillee dhaban,maatii kiyyatti maal jedheen gala jedhanii akka isaan of galaafatanillee gadhamaa ture jechuudha.

App Kun dhugumaan app dhiibbaaf guddaa addunyaa shamarranii irraan gaahaa jiru waan ta’eef kanan barnoota isaa arra siniif laadhes akkas ittin godhaaf osoo hin taane irraa baradhaa irraas of eegaa jechuufanidha.

Application kana dalaguu isaan dura beektonni app kana dalagan akka Kun ta’u beekanillee garuu haguma faayidaas qabu miidhaa waan qabuuf faayidaa isaa caalchifataniidha.

Faayidaan isaa’oo maali?

✓Application Kun faayidaan guddaan inni qabaatu, yeroo YouTube irratti waa’ee app tokkoo barsiifnu screen mobile keenyaa irratti app sana akka waraabnee agarsiifnuuf nu gargaara.

✓Inni lammataan wifi password ittiin cabsuuf, akkamitti?
App kanaan screen mobile keenyaa record gochuun namoota password WiFi nuuf guutan sanatti laanna sana booda yeroo isaan guutan guutummaatti waan waraabuuf kallattumaan security isaanii of Harka akka galchituuf si gargaara jechuudha.

Link app kanaa dhuma barreeffama kanaa irraa waan jiruuf buufadhaa itti gargaaramaan jedha.
Screen Record, create GIF, edit and draw, all from one single app, Mobizen!

The Screen Recorder you were looking for

▶ The “Best of 2016 Apps” selected by Google.
▶ Screen recorder selected by global 200 million users.
▶ Featured in Google Play.
—– Featured in many countries such as Korea, USA, Europe, Japan, North and South America
▶ Screen recording, capture, and editing functions are free.
▶ The video recorded with the Mobizen app is not saved on the server, only on the user device, so use it with confidence!
▶ Easy to start/stop recording, and freely pause while recording.
▶ Use it immediately without signing up (login).

Download Mobizen Screen Recorder, which can start recording easily with one click, and start recording gameplay, video, and live broadcasting easily and conveniently!

Do you want your first screen recording to be perfect?

ㆍClean screen recording without a record button through Hide Air Circle mode!
ㆍRecord the screen without watermark for free using Clean mode!
ㆍNot only FULL HD (FHD) screen recording, but also QUAD HD (QHD, 2K) screen recording! Supported maximum recording quality ▷ Recording resolution 1440P, recording quality 24.0Mbps, frame rate 60fps
ㆍFacecam function! Express your reactions freely and record game sounds and voices together!
ㆍSave to external memory (SD card)! Record long screen recordings of more than an hour without worrying about memory!
ㆍVarious image editing functions (BGM, in/outro, trim, split video, frame extraction, etc.)
Increase the quality of the recorded video!

Only in Mobizen

ㆍFrom OS 4.4, anyone can use it without rooting!
ㆍScreen recording, capture, and editing functions for free!
ㆍRemove the watermark and make a cleaner recording!
ㆍRecord a video of yourself through Facecam!
ㆍHighlight important points through the drawing function!
ㆍCreate your own watermark!
ㆍCreate a GIF and create a fun meme!
ㆍChoose the type of Air Circle! (mini type, time bar type, transparent type)


DOWNLOAD 👇👇👇👇
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.rsupport.mvagent

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *