Oduu Gaddaa…

Wallee “dagalee jiruu si godha” jedhuun jaalatamummaa hedduu kan horate; Weellisaa Taajuu Shurrubbee, haadha warraa isaa lubbuu d-a-b-a-r-s-e jedhamaa jira. Akkuma jaalalli jiru; tarii jibbi uumamuu danda’a.

Yoo hireen waliif nama hin laanne nagaan gargar bahuu wayya ture. Sanuu suuraa inni maxxanse guyyaa 3 dura share gootee turte. Innis mormarraa maqaa ishee qaba.

Waaqni balaa tasaa akkasii namaa haa oolchu.

Innis Eerga lubbuu isee dabarsee booda akkana jechuun fuula Facebook isaa irratti maxxanseera…

“Namoonni jaalala dhugaa nama jaalattaniii akkakiyyakana hin tahinaa taajuushurrubbe irratti_ gorsa fudhadhaa wilii dubartoonni ammoo dhiira sobdanii dildilagodhattanii biyya anbaa dhuftanii jaarsa isinirrattilaffa ee biyyarraa isin fidatetti gara galtanii akkan barbaadeen taha biyti dimok raasi jattanii jaarsakeeysanitti garagalatanii quilaa ifbaaftanii dhiraawaliin akkaan bar baaddeen tahuu barbaaddan girsafudha dhaa aadaafii safuu amanataa fii namumma namiinni dhiiraaammoo dubartii dhiirti akka teeysanii fuutee jaartiinamaa tan itti laffa ee biyyarraa fuudhe biyyaanabaafidatan barbaaddanii jaarsaan akka addaanbatee akka bar baadde akka taatuuf biyti biyya faranjitti jattanii bafachuuf carraayxan jiruu namaaballeeysuuf gorsa fudha dhaa adabadhaa Ani gamakiyyan addunyaa shiraan guutam te tana isiniif dhiisemana| tokko keeysaan taa a hanaga amriin rabbiinadhuftuu”

Translate Language to English

“His hit song “It Makes You Dance”; Singer Taju Shurrubbee, his wife is being called the soul d-a-b-a-r-s-e.As there is love; perhaps hatred may arise. If fate didn’t give each other away, it would have been better to separate peacefully. Yet she shared the photo he posted 3 days ago. He has her name on his forehead. God save such an emergency.People like me who love true lovedon’t be this on taajuushurrubbe_ take advicedhaa wilii and women lie to men and dildilayou came to the land of the duck and the old man on youlaffa ee brought you from the country to turn to barbaadeen taha country dimok raasi jattanii old manturn to yourselves and quilt if you menwith the very bar you want to be girsatake the culture and morality of trust and humanity the male manbut a woman who marries a man like youman whom he laughed at and took from the countryanabaafidatan want the old man to separatebatee as bar badde to become the country of faranjitti you try to get out of human lifetake advice to destroy and punish I sidekiyyan left you this world full of conspiracymana| sit in one until the command of Allahyou come to me

Similar Posts

3 Comments

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *