Saffisa internet keenyaa dachaa 4n.

Saffisa internet keenyaa dachaa 4n.

Woow !!Application Kun osoo jiruu namuu rakkatuun hin jiraatu, app saffisa data keennaa Fi WiFi keennaa dachaa 4× nuuf dabaluu danda’udha.application Kuni play store irrallee Kan jiruufii animmoo dhuma barreeffama kanaatirra link isaa isiniif kaa’eera . App Kun saffisa addaa kanneen addunyaa irratti guddoo taa’an irraa harkisuun akka internet nuti fayyadamaa jirru saffisu godha.Intarneetii Dhuunfaa…

Tecknology icciitii gadi baase.

Tecknology icciitii gadi baase.

Teeknooloojjin icciitii gadi baase! ✓Guutun dubartii waggaa meeqaa akka fuudhe beektuu? ✓Teknolojiin kun icciitii nama baay’ee saaxilaa jira app ajaa’ibaa bara kanaa Kan ta’e app haaraan umurii namaa Isa dhugaa saaxilu dalagamee Jira app kanas buufachuun itti fayyadamaan jedha. How old do I look? Decide your age from your photographs using our face scanner app…

Miidhagina mobile Kan nuuf dabalu…

Miidhagina mobile Kan nuuf dabalu…

Screen bilbila keenyaa Kan nuuf bareessu application haaraa heedduu namatti tolu tokkoon Wal isin barsiisuun fedha. Nova Launcher bakka bu’aa iskiriinii manaa humna guddaa qabu, haala barbaadamuun kan jijjiiramuu danda’uu fi baay’ee kan hojjetudha. Nova iskiriinii manaa keessan fooyyessuuf amaloota sadarkaa olaanaa fida, garuu ammas filannoo guddaa, fayyadamaadhaaf mijataa ta’ee nama hundaaf ta’ee hafa. Home…

Suura Qulqullina qabu app kaasu.

Suura Qulqullina qabu app kaasu.

Appii Kaameeraa Ajaa’ibaa kaasuun akka addunyaatti sadarkaa qabatee jiruufii,bilbiloota android irratti sirnaan dalagu, akkasumas video yeroo waraabnu sagalee halaa dhufu block ofirraa gochuu danda’u kana link isaa dhuma barruu kanaarra waan jiruuf buufadhaa jechaa… Open Camera jechuun appii Kaameeraa guutummaatti bilisa ta’eedha. Amaloota: Filannoo auto-level akka suuraan keessan perfectly level ta’u waan fedhe yoo ta’e….

Video keessan Edit gochuuf app beekkamaa.

Video keessan Edit gochuuf app beekkamaa.

Application ajaa’ibaa Video keenya haala bareedaa ta’een TikTok, YouTube Fi wantoota biroof itti fayyadamuuf sin gargaaru.Dhugumaan namni application kanatti hin fayyadamnee Jira jedhee hin yaadu link app kanaas dhuma barruu kanaarra kaayamee Jira. Meeshaalee gulaaluuf gargaaran hunda waliin video maker fayyadamuuf salphaa ta’e: slowmo, muuziqaa, barreeffama, fi kkf CapCut Gulaalaa Viidiyoo bilisaa fi Viidiyoo Maker…

App Shamarran akka lubbuu dhaban godhu.

App Shamarran akka lubbuu dhaban godhu.

App icciitiif namoonni heeddun itti gargaaraman kana beektuu laata? app Kun hojiin isaa fuula screen bilbila keenyaa waraabudha.app kanatti gargaaramuun namoonni heedduun icciiti jajjabaa Safuu cabsan heedduu gad yaasaa jirus turanis.Akkamiin? Wanti Kun shamarran biyya hambaa baayyinaan Kan irra deddeebin quunnamu yoo ta’u , dhiirti biyya ormaa tokko shamarreedhaa video dhaan bilbiluun(Video call) jechuudha, eerga…

App charger orginal Fi Copy adda nuuf baasu.

App charger orginal Fi Copy adda nuuf baasu.

Application baayyee nama gammachiisu tokkoon Wal sin barsiisa, charge bituuf deemtanii garuu original moo copy dha jettanii adda baasuu sinitti ulfaatee osoo hin bitin galtanii beektuu?yookanimmoo bittanii copy sin jalaa ta’ee beekaa?maarree app Kun kanaaf furmaata waarawaa ni taa’a jedhee waanan yaadefan siniif maxxanse.App Kun Haga charge sun saffisaan ittiin lakkaa’u nutti muliisa. innis bifa…

TikTok Ethiopia keessatti kaffaltii eegaluu gabaase.

TikTok Ethiopia keessatti kaffaltii eegaluu gabaase.

Dhaabbanni TikTok Ethiopia keessatti kaffaltii eegaleera!Dhaabbanni TikTok duraan Ethiopia alatti malee keessatti kaffalaa Kan hin turre yoo ta’u, amma immoo gara biyya keessa galuun akkuma YouTube Fi website kaffaluu eegalame jedhu.Kanas kaffaluun haaluma salphaan osoo hin taane akkuma YouTube dalagaan ati dalagdu waan bareedaa namatti tolu ta’uu akka qabuufii namni kamiyyuu dalagee jireenya isaa jijjiiruu…

Oduu Gaddaa,Amuruu!

Oduu Gaddaa,Amuruu!

Amuruu Agamsaa Lubbuun ol adeemaa hedduu dhabne. Gadda yoomuu irraanfachuu hin dandeenyetu nu mudate. Obbolaan keenya hedduu dhabne. Barri gaddaaf barri guyyaadhaa gara guyyaatti Lubbuu dhabuun dhaabbatu yoomi laata? Akka kaleessa barreesseen ture Lola humna Finxaaleeyyii Amaaraa Godina Horroo Guduruu Aanaa Amuruu Ganda Agamsaatti kaleessa barii Uummata nagaarratti banameen jiraattonni naannoo hunduun qabeenya isaaniirra buqqaniiruu,…

App password WiFi cabsuuf nu gargaaru.

App password WiFi cabsuuf nu gargaaru.

Password WiFi tokkoo kallattimaan maqaafii jecha darbii isaa Kan nutti mullisu app Ajaa’ibaa kanatti gargaaramuu qofaan itti gammadoo taatu. maqaan app kanaa wifi map yoo jedhamu link isaa dhuma barreeffama kanaarra godhameera achi buufattu jechuudha. Hundi keenya achi turre: ariifattee jirta ykn bakki kam wifi bilisaa akka qabu mirkanaa’aa miti yeroo walqunnamsiisuu barbaaddu hunda magaalaa…