Dargaggeessi Mandii Fuudhekaa durba Hindii

Dargaggeessi Mandii

Fuudhekaa durba Hindii!

😁😋Soddaan keenya kun intala eenyuutii? maal hojjetti?

… isa jedhu gara Bergen, Hordaland imallee, xiqqooshee qoqqoranne!😋😁#Mira_Thiruchelvam akkumakoo ulullee afuufti. Box Guitar 🎸 ni taphatti.

Gurmuu 9 grader nord (9°N) jedhamu kan miseensa 4 of keessaa qabu keessa jirti. Universitetet i Bergen irraa Muummee #Biology dabalataan #Pedagogy baratte.

Obboleettii ogeettii muuziqaa fii vocalist taate #Dipha_Thiruchelvam jedhamtu qabdi. (Warra single dhaafi😁🙈) Soddaan keenya concert sirbaa garaa garaa gurmuushee (9°N) waliin ta’uun qopheessiti. Sirboota Gutu Abera irratti ogummaa garaa garaatiin hirmaatteetti. Viidiyoodhaanis isa waliin hojjetteetti.

Obboleettiin ishee (soddaan Guutuu)s akkasuma sirboota Guutuu 2 irratti (tokko Choir ta’uun/sagaleen, kaanirrattimmoo muuziqaan) hirmaatteetti. ….

hariiroon Guutuu fii soddaa keenyaa 2018 dura kan jalqabedha! … Guutuu & Mira Thiruchelvam Horaa Bulaa! Deebanaa!🙌Qarreen keenya gaaffii qabduu?😋😁🚶🏻

Comment godhaa 😁

Young MandyMarry an Indian girl!😁😋Whose daughter is this our cousin? what does she do? … we traveled to Bergen, Hordaland, and snorted a little!

😋😁#Mira_Thiruchelvam blows the flute just like me. She plays Box Guitar 🎸.

It is in the 9 grader north (9°N) group of 4 members. She studied #Biology plus #Pedagogy from Universitetet i Bergen.

She has a sister who is a musician and vocalist #Dipha_Thiruchelvam. (For singles😁🙈) Our sister-in-law hosts various music concerts with her group (9°N).

She has performed on Gutu Abera songs with varying skills. She also worked with him on video. Her sister (Gutuu’s cousin) also participated in 2 Guutuu songs (one as Choir/voice, the other as music). …. the relationship between Gutu and our cousin started before 2018! …Good luck to Gutu & Mira Thiruchelvam! Come back!🙌

Do you have any questions?😋😁🚶🏻

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *