Namicha Hiriyoota isaa wajjin bosona Amaazoon Adamoof ba’ee guyyaa 31 qofaa isaa bosona kana keessa turuuf dirqame 80
Lammiin biyya Booliviyaa ganna 30 Jonaataan Akoostaan jedhamu kaaba Booliviyaa adamoof hiriyyootasaa afur wajjin deemetu boodarra rakkoo inni hin yaadne isa mudate.
Hiriyoota isaa wajjiin erga adamoof Bosonaa guddaa Adduunyaa keenyaa Amaazoon deemanii bodaa utuu hin beekin adda ba’aani. Guyyaa 31 Bosona kana keessaa jireenya jibbisiisaa jiraachaa ture.
Akoostaan koree namoota naannoofi hiriyyootasaan hundaa’een Guyyaa 31 booda garee isa barbaadaa turan meetira 300 irraa argee hokkolaa itti tiratee, akka isa arganiif iyyaa ture.
Akka obboleessisaa Horaasiyoon jedhetti ‘’namoota naannooo afurtu isa argatee, misiraachioo itti himuuf fiige.
Akoostaan yeroo bosona keessa turetti ulfaatina.kiloogiraama 17 hir’ise, koronyoonsaa buqqa’ee, dhangala’aan qaamasaa keessaa hir’atee ture jedhan warri isa argatan, garuu miilaan dhaabachuu danda’a tures jedhaniiru
Imimmaan harcaasaa, ‘’yeroo dheeraaf ana barbaacha itti fufuun isaanii na dinqeera,’’ jedhe.
Namni kuni bishaan roobaa kopheesaatiin waraabee akka dhugaa tureefi raammoo nyaachaa akka ture hime. Qeerransa dabalatee bineensota jalaa dhokachaa akka of tures himeera.
Raammoo, ilbisa nyaadheera, lubbuu bulfachuuf waanin godhe yoon isinitti hime hin amantan,’’ jechuun miidiyaa tokkotti dubbate.
Kuduraa paappaayyaa fakkaatus akka nyaachaa ture hime. ‘’Waaqa guddiseen galateeffadha, jireenya haaraa naa kenne,’’ jedhe. Maatiinsaa akkamiin akka badee fi bosona keessatti of turse odeeffannoo guutuu akka hin qabneefi xiinsammuun isaa ijaa miidhameefi yeroo bayyanatu akka isa gaafatan himan.
Qawwee isaa keessa rasaasa tokko qofti hafee deemuu hin danda’u ture, namni na barbaada jedhee hin yaadne ture jedhe.
Joonaataan Akoostaan yeroo bade gooraadee ykn baatirii ibsitu harkatti hin qabanne ture. Bishaan dhugus kophee boottiidhaan kufachaa ture.Obboleesi nama kanaa rasaasa ishee dhumaa tuta bineensaa booyyee fakkaatu doorsisuuuf bosona keessatti dhukaasuu
Kana booda adamoof lammata akka hin deemne kakateera ‘’Waaqa galateeffachuuf muuziqaa akka taphatu, taphatu dubbate
Play games to MAKE MONEY, scratch cards and win daily CASH PRIZES
MONEY MAKER IS 100% FREE TO PLAY TO WIN REAL MONEY APP
No purchase or payment of any kind is necessary to enter or win any game.
Redeem Rewards
You can earn Coins, Cash by playing Money Maker which may be redeemed against various gift cards, premium payment or other rewards.
Cash Out
You are able to transfer your Cash Prize to your PayPal account.
Highlights of our Games
Scratch out the real awards easily! If you are lucky enough ,there’s a huge chance that you can get laptop computer and fashion brands for free !
Scratch Card Game
You will automatically receive Scratch Cards every day. Scratching the Scratch Card will immediately reveal the prize you have just won.
Raffle Game
Enter our various Raffles to win BIG CASH PRIZE.
Once you start playing, we track your active time in the game. Throughout the games, you will collect tickets that you can exchange with gift cards
*These sweepstakes are devised as non-gambling promotions and are intended solely for entertainment purposes.
*This game is intended for an adult audience (18 years old and above).
*Playing this game does not imply future success in “Real Money Gambling”.
*Google Inc. does not sponsor, nor in any way affiliated with Money Maker and/or the sweepstakes prizes.