Loan App ( Calculator Bayyee Isin Fayyadu )

app Ajaaibaa Loan Isinirra jiru ykn Liqii isinirra Jiru Isiniif Shallagu Kana Buufadhaa, App Kana Yoo Buufattan Gaafa Ji’aa Liqii isinirra Jiru tilmaamee eenyuu enyuuf Akka Kanfaluu qabdan isin hubachiisa, Share godhaa Hiriyootni keessani Akka itti fayyadamaniif Link keenya copy gochuun ergaafii
app kana Warreeb buufachuu barbaaddan Download kan jedhu tuquun install godhachuu dandeessu, Baga Gammaddan Warreen Liqiin Yeroo Isin Fudhattan Wal Jala isin Jalaa Makamee Isin Rakkisu app kana erga Buufattanii Yaaddoon Keessan Ni Bada,
Salphumatti Akka isin Adda baafattaniif Eenyummaa Nama Liqaa ( Loan ) Sana Isin irraa Qabuu adda Baasee Iniif Kaha, App Kana Akka Isin Jaallattan abdii Qabna
appicha kunoo asirraa buufadhaa
Loan app
Convenient loan calculator. Calculate your loan payment in 5 taps
Simple and convenient loan calculator.
All calculations in one application:
- Loan calculator
- Mortgage calculator
- Car loan calculator
Calculate your loan payments in 5 taps.
Intuitive interface.
Calculate loans with fixed/flexible rate.
Early loan repayment.
Deferred payment of the principal debt.
To quickly calculate a loan you need:
- set the loan amount
- set loan term
- set interest loan rate
To change the interest rate, make early repayment or deferred payment of the principal debt, click the ‘+’ icon on the screen with the payment schedule.
Save your loan calculation and track payments.