Kaameraa al takkatti isa fuulduraa fi isa dugdaduubaan viidiyoo warabuu

Kaameraa al takkatti isa fuulduraa fi isa dugdaduubaan viidiyoo warabuu

Kaameeraa gama lamaa kaameeraa lamaa fi waraabbii Kaameeraa Fuulduraa fi Duubaa Appiin kun kaameeraa fuulduraa fi kaameraa duubaa bilbila keenya yeroo tokkotti fayyadamuu danda’a. Kanaafuu kaameeraa fuulduraa & kaameraa duubaatiin yeroo tokkotti viidiyoo waraabuu dandeessu fi Suuraa kaasuu dandeenya. App kana buufachudhaaf dhuma jalaa install kan jedhu tuqaa. Do short tasks, make money Toloka is…

Weebsaayitii mataa keenyaa uummannee qarshii argachuuf

Weebsaayitii mataa keenyaa uummannee qarshii argachuuf

APPI ittiin blog mataa keenyaa uummachuun karaa itti maallaqa guddaa argannu kana appi original isaa dhuma barreeffama kanaa irraa bakka Install jedhu tuquun buufadhaa. Easily build your website & blog. Create posts & track analytics from anywhere! WordPress for Android puts the power of web publishing in your pocket. It’s a website creator and so much more!…

Application file bilibila keenya irraa badee nuu deebisu

Application file bilibila keenya irraa badee nuu deebisu

File keessan utuu him beekin ykn namatti mobile keessan laachudhaan isin jalaa badee achumaan dhadhaa ibidda buute ta’e jettee callistee dhiisuu malta,keessattuu suura ati akka lubbuutti jaalattu video illee dabalatee sokkeera ta’ee mataa dhukkubbiin of machiissita taa’a  Appin kun Suuraa, viidiyoo & sagalee haqame akka deebistee argattu si gargaara. Yeroo akka tasaa suuraa, viidiyoo ykn sagalee barbaachisoo ta’an haqxan ykn illee…

Application game taphachuudhaan barreeffamoota dubbisuu dhaan,gaaffii deebisuudhaan Torbanitti $150 ol argamsiisa

Application game taphachuudhaan barreeffamoota dubbisuu dhaan,gaaffii deebisuudhaan Torbanitti $150 ol argamsiisa

bilbila, tab ykn kompitara keenya irraan iddoo jirru teenyee qarshii arggachuu dandeenya. akkaataa itti mallaqa argachuu dandeenyu,game taphachuudhaan, barreeffamoota barreessuun, gaaffii deebisuudhaan . Akkaataa Hojiin Kaffaltii itti hojjetu:Tarkaanfii 1. Malawwan maallaqa baasuu torban keessaa tokko filadhu (armaan gaditti ilaali).Tarkaanfii 2. Qajeelfama kenname hordofaa. Fkn. qorannoo guutuu, tapha taphachuu, gaaffii deebisuu, akkaawuntii uumuu, viidiyoo ilaaluu, oomisha…

Gorsa jaalalaa ijoollee shamaraa qofaaf
|

Gorsa jaalalaa ijoollee shamaraa qofaaf

Jaalalli fi jaalalleen kennaa waaqayyooti, kan cimsee dhaabbatee eeggatu ammoo jaalalleewwan sana. Shamarran keenya hedduun jaalala dhugaa kan jedhamu maqaan malee gochaan hin beekan! Jaalalli dhugaan fedha foonii miti, miira ofii sanas miti, qabeenya ykn bareedinas miti. Jaalalli dhugaa fi inni sirriin keessa keetii madda. Innimmoo dhugaa fi yeroo hundumaa jiraata. Yeroo baayyee rakkinni dubaraa…

Bilibila keenya basaastota irra eeguudhaaf

Bilibila keenya basaastota irra eeguudhaaf

Eegumsa iccitii, qulqulleessituu vaayirasii mobaayilaa, furtuu appii interneetii dhuunfaa waliin Meeshaalee AndroidTM tiif nageenya farra vaayirasii fi bilbilaa bilisaa Kaspersky irraa Kaspersky Security & VPN for Android furmaata farra vaayirasii BILAASHA buufachuu dandeessan yoo ta’u, bilbilootaa fi taableetota keessan – kanneen kompiitara caalaa saaxilamoo ta’uu danda’an – balaa toora interneetii irraa eeguuf gargaara. Do short…

Bilbila jaalallee keetii fagoorra teessee hordofuudhaaf
|

Bilbila jaalallee keetii fagoorra teessee hordofuudhaaf

Bilbila jaalallee kee ykn bilbila kan nama barbaaddee fageenya irra teessee xalafuu yookiin hordofuun akka danda’amu beektuu? Isa kanaaf appiin kun furmaatadha. Appiin kun namoota hedduun jaallatameera, waan biraa isin hin barbaadu email qabaachuu qofa isin gaafata. Buufadhaatii step jiru akka inni isin gaafatetti guutuun fayyadamaa. Yoo itti fayyadamni isaa isin rakkise, video isaa isiniif…

Faayidaa bilbilla Root gochuu
|

Faayidaa bilbilla Root gochuu

Faayidaa bilbila ‘ root ‘ gochuuHundumti keenya akkuma beeknu bilbiloonni Aandirooyidii keenya daangaa hedduu qabu ; daangaa kana kan bilbila keenya irra kaa’ummoo dhaabbata bilbilicha oomishedha. Bilbila keenya irra sababa daangaan jiruuf waanta barbaanne ittiin raawwachuu hin dandeenyu. Fakkeenyaaf, Hoteelonnis ta’e namoonni dhuunfaa WiFi qaban akka nuyi hin fayyadamneef yaadanii ykn immoo sababa biraaf jecha…

Appii backgroun babbareedaa Suuraa keenya bareechuu qabu

Appii backgroun babbareedaa Suuraa keenya bareechuu qabu

Photo editor & photos cutout. Background editor with trending collage & filter. 🏆PickU is a versatile and super easy-to-use photo editor! It can be used for photo cutout, background eraser, background changer, logo maker, collage maker, sticker maker, blur photos and portrait with beauty filters, collages and effects.PickU makes cutting and photo editing extremely easy…

Ramaddii barattoota riimiidiiyaalaa

Ramaddii barattoota riimiidiiyaalaa

Kunooti link kanaan seenaa 👇👇👇👇👇👇 HUNDA TOKKO KEESSATTI: Qajeelfama TV fooyya’aa + remote TV, air-conditioner fi kkf. Meeshaalee elektirikii keessan bilbila keessaniin Mi Remote fayyadamuun to’adhaa. Yeroo remote kee argachuu hin dandeenye ykn hiriyyoota kee prank gochuun sitti dhaga’amu hundatti Mi Remote gargaaruuf achitti argama. Akkasumas waa’ee sagantaalee TV jaallattan odeeffannoo isin barbaachisu hunda qabna,…