Video keessan Edit gochuuf app beekkamaa.
Application ajaa’ibaa Video keenya haala bareedaa ta’een TikTok, YouTube Fi wantoota biroof itti fayyadamuuf sin gargaaru.Dhugumaan namni application kanatti hin fayyadamnee Jira jedhee hin yaadu link app kanaas dhuma barruu kanaarra kaayamee Jira. Meeshaalee gulaaluuf gargaaran hunda waliin video maker fayyadamuuf salphaa ta’e: slowmo, muuziqaa, barreeffama, fi kkf CapCut Gulaalaa Viidiyoo bilisaa fi Viidiyoo Maker…