|

Gorsa jaalalaa ijoollee shamaraa qofaaf

Jaalalli fi jaalalleen kennaa waaqayyooti, kan cimsee dhaabbatee eeggatu ammoo jaalalleewwan sana. Shamarran keenya hedduun jaalala dhugaa kan jedhamu maqaan malee gochaan hin beekan! Jaalalli dhugaan fedha foonii miti, miira ofii sanas miti, qabeenya ykn bareedinas miti. Jaalalli dhugaa fi inni sirriin keessa keetii madda. Innimmoo dhugaa fi yeroo hundumaa jiraata. Yeroo baayyee rakkinni dubaraa fi dhiira gidduutti uumamee, walitti bu’insa uumee jarri addaan akka ba’an kan godhu sobni isaan gidduu jaalala isaanii galuudha. Kunimmoo jaalala keessan nii miidha, akka dhabdanis nii taasisa.

Bifa bareedaa fi nama hawwatuu qabaachuu dandeessa, akkasumas maqaa sabboontuu ta’uu kee mul’isuu fi gaarii ta’es qabaachuu dandeessa, garuu Maqaa fi Bifni gonkuma eenyummaa keenya ibsuu hin danda’u. Kanaafuu maqaa kee beekteef, of beekte jechuu miti. Bifa kee mariin kees akkasuma of beekuu kee miti. Bifa kee beekuuf daawwitii qofa si barbaachisa. Eenyummaa kee beekuf garuu daawwitii osoo hin taane Ija kee isa keessaa dhaan keessa kee ilaaltee eenyuun akka taatee,maal akka taatee ofii kee sirriitti of beekuu si gaafata .Of arginaan, of bartee Eenyummaa kee beekte jechuudha. Eenyummaa kee beekte jechuun immoo jaalala dhugaa barte jechuudha. Hamma eenyummaa kee hin beeknetti jaalalli siif galu hin danda’u.

Dhiirri jaalala dhugaa fedha, shamarris akkasuma nii feeti, garuu gorsi har’aa shamarraniif waan ta’eef warra durbaa irrattan xiyyeeffadha. Dhiira jaalala dhugaadhaan moo’aa malee qabeenyaan ykn bifaan ykn haala keessaniin ykn haala isaa irratti hundaa’un hin jaallatinaa. Sababni isaa haalli sun gaafa dhibame, jaalalli sun waliin bada. Kanaaf jaalalaaf dursa kennaa, jaalalleen keessan maal akka barbaadu fedhii fi miirri inni qabu maal akka ta’e utuu inni isintti hin uumin ofii keessanii keessa isaa dubbisaa. Jaalala dhugaa akka qabduuf itti dubbadhu, kunuunsa barbaachisu godhiif. Waan sammuun kee gaariidha jedhu itti himi, raawwadhu. Sababni isaa sammuun namaa gaafa gaarii hojjetus, gaafa badaa hojjetus adda baasee beeka.
Kana malee jaalallee kee irratti Waan hariiroo keessan miidhu,waan kabajaa si dhorkuu gaafa agartee arrabsitee irraa baqachuu keerra, karaa jaalalaa fi nagaa ta’een sirreessuuf yaalii. Hamma humna kee sirreessuuf yaalii guddaa godhi. Gaafa dadhabamee garuu ati dursii jaalalicha dhaabi. Sababni isaa yoo inni dursee jaalala kee dhaabe, ni miidhamta, garuu ofii kee dursitee yoo dhaabde hin miidhamtu.

Kabaja Ofitti Godhi. Kabajaa ofitti gochuu jechuun lafa dhiirrii ooluu, ooluu dhiisu miti, uffata dheera qaama dhoksuu uffachuu miti, dubartii ta’aanii mana keessa ooluu jechuus miti. Kabajaa ofitti gochuu jechuun namoota mirgaa isaanii dabarsanii hin laannee, akka namni isaaniitti taphatuu hin kan hin hayyamne, dubara ofitti amanamummaa qabdu tahuu qofaatu barbaachisaadha! Dubara akkasii immoo hundumatu jaallata. Dubara jaallatamtui ta’i, dubara jaallatamtuu ta’uuf immoo kitaaba gaditti isiniif taa’ee kana download godhachuun dubbisaa. Appii kana erga buufattee jaalalleensaa keetiif dabarsi. Ammatti jaalallee hin qabdu yoo ta’e boodaf kaawwadhu.

Gorsa jaalala kee cimsu hedduutu jirus garuu barreeffama dheeraa namni keenya dubbisuu waan hin jaallanneef nan gabaabsa. Garuu jaalala keessaniif gorsa baroota jiraattu hunda gammachuun akka dabarsituu fi waan gochuu qabdu hunda kan isin barsiisu, kitaaba fuula xiqqoo qabdu tokko isinan affeera, kitaabni kun bifa application dhaan hojjetamee, barraa’ee jira. Dhugaadha ani dubbisee baay’een jaalladhe, waan hedduun irraa baradhes, isinis itti fayyadamaa! Jaalala keessanis ittiin eeggadhaa. Appii kana dubbisuun waan hedduu irraa bartu. Download godhachuun itti fayyadamaa. Galatoomaa! Appiin kun warra dhiiraatis nii fayyada. Appii kana buufachuuf barreeffama Ingiliffaa kana dhuma isaa @#Install App kan jedhu tuqaa buufadhaa. Mb 4 qofadha ammumma buufadhaa.

Play games and earn money on your Paypal account or win gift cards.

Earn free gift cards and money by playing free games. It’s time you grow and become your own boss. Don’t miss this lucky day!

All you have to do is play and you will be rewarded for your time.

Get Cash’em All for free (no deposits, no in-app purchases, and, no ads at all) ✅
Choose and play your favorite game from our list 🎮
Get rewards for every minute you spend playing free games 🎁🎉🏆

Are you looking for a cash app that pays you for real?
→ Start playing games that give you free money!

Cash’em All is a completely free app, offering you the opportunity to earn real money by playing free games on your mobile phone.

Discover and play new and popular games every day from our list ➡ spend time playing free games, collect coins ➡ exchange coins and win cash prizes such as Amazon free gift cards, Google Play voucher, Psn cards, Steam coupons, or you can simply cash out, transferring money directly to your PayPal account.

Playing free games and making money sounds exciting, right? Now, let’s get to the point.

How to start making money with our reward app?

Cash’em All is so easy to use:

✓📱 Get Cash’em All now for FREE
✓🎮 Play any of our FREE partner games
✓💎 Earn coins for every second you play
✓⏰ The more you play the more money you’ll make
✓💲 Trade your coins for ANY gift card or real money rewards

That’s it 😊

Why Cash’em All?

✔️Completely free cash app (⛔no deposits, ⛔no in-app purchases, ⛔ no ads)!
✔️Easy to use!
✔️Fast and guaranteed payouts!
✔️Huge variety of available payout options (PayPal money transfer, Amazon vouchers, Google Play coupons, PSN gift cards, Steam cards, Walmart prizes, Xbox free gift cards and many more)!
✔️Huge selection of different game types to fit any preference!
✔️Invite your friends to Cash’em All and you both get extra cash prizes!

If you’re reading this, you shouldn’t waste this lucky day! Free games and free money in one app, without any ads.

The exciting thing about our app is that you can earn your first gift card or get your paypal money reward after just a few hours you spent playing any game you choose!
Currently, our offer wall contains various game types such as Casual, Strategy, Action, Puzzle, Adventure, Arcade, and many more. You can play ANY game you like and start earning cash!

If you already like playing mobile games, Cash’em All is the app for you as you will earn money playing games!

With Cash’em All you will never have to worry about your pocket money again!

So, what keeps you waiting on trying and earning your free money! 🏆

Similar Posts

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *