Oduu ammee !

Horro Guduruu! #Haqa kana dubbachuuf keessi koo of na dirqamsiise!#Balaa hammana gahuuf sababni guddaan diinaa ol fira diinomedha!

Warra sirna_dhablummaan sammuutti dagaagetu Haatiif Abbaan isaa akka ajjeefamuuf karaa saaqe!

yoo dubbanne boor deemanii Haadhaaf abbaa keenya ajjeesu! Oromoofis hin taane, Ormas irraan ittisne! Warra Bilisummaa maallaqaaf sochootutu madaa Oromoo horfaa jira.

murna hannaatti bobbahuuf laga galteen Oromoo hedduutu lubbuu isaa dhabe. Barnoota kutaa 6tti adda kuttee akka waan Oromoof qabsooftuutti laga seentee Maqaa dhiiga qulqulluun uummata irraa dhalatte saamti. sagaagaltuun akkasii yoomuu Oromoo bakka hin buutu.

inumaayyuu Waraana amma uummata irratti banameef sabaabni guddoon murna Bilisummaa maallaqaaf baate kana.

guyyaa tokko gadi baatee Diina Oromoo kuffistee hin beektu, Oromoo bahaaf gala dhorkiti! #Miidhamni saba keenyaa nu dhukkubsa, nu gaddisiisa.

qe’ee Oromoo qe’e dhiigaa hin godhiinaa. Silaa uummata saamaa, uummata Ajjeesaa Bilisummaan isin fiddan tokko hin jiru waan taheef, akkuma Murnii pp ijaaree Lagatti sin naqetti, murnuma kanatti harka laattadhaatii Qabeenya Saamtanii kuufattan sanatti bahaa jiraadhaa!

sin gaha Barsiisaa dhaloota qare ajjeesuun. sin gaha Qawwee qotee bulaarraa hiiktanii gurgurachuun.

yoo kun tahuudhaa baate Oromoon wal gahee karra isaa ni cufata. harka alaagaan, harka shiftaan ajjeefamuun Oromoo haa dhaabbatu!#Hattuun wal kurfeessitee Hooggana malee yaatu matumaa Oromoo bakka hin buutu, Oromoonis ishee hin beeku.Gumaan dhiiga qulqulluu eenyu harka jiraa? Dhiigni qulqulluu akka dhangalahuuf eenyutu karaa saaqe, qaawwa eenyutu banee? Hattuuf saamtuu maqaa Qabsoo Bilisummaa Oromoon daldaltutu qumaara nurratti taphate! “Kan Firri Quba Ruuqe, Ormi dhundhuma galcha”jedhan!

Oromoo irraa nyaachaa, Aannan Oromoo dhugaa, akkaa waan Oromoof qabsooftu of fakkeessaa Oromoon akka lafarraa dhumuuf kan karaa aanjesse Hattuuf murna gandaan wan kurfeessitedha.

Gumaan dhiiga qulqulluu Humna Finxaaleyyii amaaraan dhangala’e martuu gumaan isaa murna hattuu Horro Guduruuf Wallaggaa Bahaa keessa naannoftu irradha! dallaltuun jidduu deemtu kan guyyaa feetu murna pp tti harka laattu, yoo feete laga seentee qawwee hidhatee Shurrubbaa guddifattee uummata darartu kun diina uummatichaati! warra kana faanas Oromoon warra Gumaadha

barreessan firaol lammeessaa !

Horror Guduru! #My heart forced me to tell this truth!#The main reason for so much disaster is the enemy rather than the enemy! Those who developed mental_disorder paved the way for his Mother and Father to be killed! if we talk, they will go and kill our Mother and Father tomorrow! We defended it not only for the Oromo, but also for the Foreigners! It is the Freedom fighters who are moving for money who are following the wounds of Oromo. many Oromo lost their lives in the river to engage in theft. She drops out of school in 6th grade and goes into the river as if she is fighting for Oromo. such a prostitute will never represent Oromo. instead, the main reason for the current War against the people is this Freedom faction that has gone out for money. She never went out one day and overthrew the enemy of Oromo, she prevented Oromo from entering the east! #The injury of our nation hurts and saddens us. don’t make the home of the Oromo a home of blood. There is no freedom you will bring by plundering the people, killing the people, so just as the pp faction built you and threw you into the river, surrender to this same faction and live out the wealth you have accumulated! enough of you killing the Teacher of the bright generation. it is enough for you to untie the guns from the farmers and sell them. if this does not happen, the Oromo will gather and close their gates. stop killing Oromo at the hands of foreigners and shifts!#A thief who curls up and walks without a leader will never represent Oromo, and Oromo do not know her.Who has the responsibility for innocent blood? Who paved the way for innocent blood to flow, who opened the gap? Thieves and robbers who trade in the name of the Oromo Liberation Front have gambled on us! “What the Friend Rubs the Finger, the Stranger puts in the Inch” they say! Eating from Oromo, drinking Oromo milk, pretending to fight for Oromo, it is what you cursed the thief and the village faction that paved the way for Oromo to disappear from the face of the earth. The blood of all the innocent blood shed by the Amhara Insurgent Forces is the blood of the thieving group that roams East Wallagga for Horro Guduru! This middleman who surrenders to the pp faction any day, if she wants to enter the river armed with a gun and raises Shurrubba and tortures the people is the enemy of the people! along with these, the Oromo are the Guma.

Similar Posts

One Comment

  1. Gaffin qabna nuf debisu ni dandessu gaffin koo osoo sif miijawe app yeroo amma obuun isa baayyee demma
    jiruu kan maqaa isaa
    Ghost scanner jedhamu osoo nuf qorate yoo sit tolee video
    is nuf hojjate bayyee nuti tola

    thanks i LOVE so MACH my bro

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *